Qabdii (Earnest) fi Bu’aa Seeraa Hordofsiisu
Qabdiin kan kanfalamu gareewwan waliigaltee waliif seenan waliigaltichi raawwatamuu isaa guutummaan guutuutti erga amamanii booda ta’uu tumaalee seera hariiroo hawaasaa irraa ni hubatama.
Browsing Category

Qabdiin kan kanfalamu gareewwan waliigaltee waliif seenan waliigaltichi raawwatamuu isaa guutummaan guutuutti erga amamanii booda ta’uu tumaalee seera hariiroo hawaasaa irraa ni hubatama.

Ka’umsa Waantota bu’uuraa jireenya dhala namaaf barbaachisan (basic human needs) keessaa manni tokkoo dha.

The National Bank of Ethiopia (NBE) recently unveiled a new directive aimed at transforming the country’s foreign exchange market.

Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa Labsii To’annoo fi Bulchiinsa Kiraa Mana Jireenyaa Raggaasise.

Aadaa fi duudhaa Uummata Oromoo biratti maalummaa Gumaa fi yaada bu’uuraa kana kaayyeffachuun kan hundaa’e, waa’ee Dhaabbata Abukaatummaa Gumaa irratti barreeffama gabaabaan qopheesse kana dubbisaa.

Waliigalteen kamuu fudhatamummaa goonfatee raawwachiifamuu kan danda’u ulaagaalee seerri gaafatu guutuun yoo raawwatamee dha. Kutaa waliigaltee waliigalaa (kitaaba 4ffaa Seera Hariiroo Hawaasaa) keessatti ulaagaaleen waliigaltee tokko seera qabeessa taasisuu danda’u jedhaman tumamaniiru. Waliigalteen qabeenya hin sochoone ilaalchisee taasifamu immoo barreeffamaan ta’uu akka qabuu fi qaama waliigaltee galmeessuuf aangoo qabu ykn Mana Murtii biratti galmaa’uu kan …

Faayidaa uummataatiif lafa gadi lakkisiisuun wal qabatee qaamni mootummaa adeemsa seeraa osoo hin hordofin qabiyyee nama mirga abbaa qabiyyummaa qabu irraa yoo fudhate Manni Murtii Aanaa dhimma akkasii ofitti fuudhee keessummeessuuf aangoo hundee dubbii ni qaba jechuun Dhaddachi Ijjibbataa MMWF galmee lakk. 235209 ta’e irratti dhaddacha Onkoloolessa 07 bara 2016 ooleen murteesseera. Guduunfaa kana irra …

Qabeenya dhaalaatti makuun adeemsa qulqulleessa qabeenya dhaalaa booda raawwatamuudha.

Dhaddachi Ijibbaataa Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa galmee lakk. 437085 ta’e irratti dhaddacha gaafa 02/04/2016 ooleen sirna gaaffiin mirga wabii yakka shororkeessummaa itti keessummaa’uu qabu ilaalchisee murtii tokko kenneera. Haaluma kanaan namni yakka shorkeessummaan shakkamuun to’atame gaaffii mirga wabii mana murtii sadarkaa kamittuu dhiyeeffachuu kan danda’u ta’uu akkasumas Manneen Murtii Aanaa fi Manneen Murtii Ol’aanaa dhimma …

Dhaddachi Ijibbaataa MMWF galmee lakk. 230493 ta’e irratti dhaddacha gaafa Onk. 2/2016 ooleen