{"id":825,"date":"2021-12-13T12:51:00","date_gmt":"2021-12-13T12:51:00","guid":{"rendered":"https:\/\/blockart-agency.sites.qsandbox.com\/?p=825"},"modified":"2025-09-08T16:47:05","modified_gmt":"2025-09-08T16:47:05","slug":"dhaabbata-dhuunfaa-itti-gaafatamummaan-isaa-murtaae-abbaa-miseensa-tokkoo","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/index.php\/2021\/12\/13\/dhaabbata-dhuunfaa-itti-gaafatamummaan-isaa-murtaae-abbaa-miseensa-tokkoo\/","title":{"rendered":"Dhaabbata Dhuunfaa Itti Gaafatamummaan Isaa Murtaa&#8217;e Abbaa Miseensa Tokkoo"},"content":{"rendered":"\n<p class=\"blockart-paragraph blockart-paragraph-de7dbfcd\">Jijjiiramoota Seerri Daldaalaa haaraan biyyattii (labsii lakk. 1243\/2013) qabatee dhufe keessaa tokko dhaabbata dhuunfaa itti gaafatamummaan isaa murtaa\u2019e abbaa miseensa tokkoo (one person company) jedhamuuf beekamtii kennuudha. Dhaabbata dhuunfaa itti gaafatamummaan isaa murtaa\u2019e abbaa miseensa tokkoo jechuun maal jechuudha? Daldala dhuunfaan gaggeeffamu (sole proprietorship) irraa maaltu adda godha? Faayidaa fi dhiibbaa maalii qaba? Akkamitti hundaa\u2019a? fi dhimmootni biroo kanaan wal qabatan iftoomina barbaadu. Hubannoof akka tolu yaadota armaan gadii isiniif qoodeen jira<\/p>\n\n\n\n<p class=\"blockart-paragraph blockart-paragraph-181987f7\"><strong><mark style=\"background-color:rgba(0, 0, 0, 0);color:#01a2ff\" class=\"has-inline-color\">Yaada Ka&#8217;uumsaa<\/mark><\/strong><\/p>\n\n\n\n<p>Guddina dinagdee biyya tokkoo ariifachiisuu keessatti shoorri daldaalli qabu ol\u2019aanaa dha. Namootni daldaala karaalee lamaan gaggeessuu danda\u2019u. Inni jalqabaa dhuunfaadhaan maqaa ofiitiin hayyama baafatanii daldaaluu yoo ta\u2019u karaan lammaffaan dhaabbataa hundeessuun (\u2018partnership\u2019 uumuudhaan) gaggeessuu dha.<\/p>\n\n\n\n<p>Daldaalli karaa lammaffaan gaggeeffamu kun amaloota mataa isaa (basic features) ni qabaata. Dhabbatichi daldaala gaggeessu namummaa seeraa (legal personality) abbootii qabeenyaarraa adda ta\u2019e ni qabaata, kunis faayidaa heddu goonfachiisuu danda\u2019a. Kanaanis maqaa isaatiin himachuu, himatamuu ni danda\u2019a; darbees abbaa mirgaa, qabeenyaa fi dirqamootaa ta\u2019uu ni danda\u2019a.<\/p>\n\n\n\n<p>Seerri biyya keenyaa gosoota dhaabbata daldaalaa (partnership) lamaaf beekamtii kenna. Inni jalqabaa dhaabbata daldaalaa itti gaafatamummaan miseensotaa hin murtoofne (partnerships) yoo ta\u2019u inni lammaffaan dhaabbata daldaalaa itti gaafatamummaan miseensota isaa murtaa\u2019e (companies) dha. Dhaabbata daldaalaa itti gaafatamummaan miseensotaa hin murtoofneen wal qabatee dhaabbatichi yoo kasaare, miseensonni idaa dhaabbatichaa dhuunfaadhaan kanfaluuf kan dirqamaniidha. Dhaabbata daldaalaa itti gaafatamummaan isaa murtaa\u2019een wal qabatee itti gaafatamummaan miseensotni (abbootiin qoodaa) idaa dhaabbatichaaf qaban murtaa\u2019aa dha; kana jechuunis dhaabbatichi yoo kasaare miseensonni hanga qooda qabaniirra darbee idaa dhaabbatichaaf dhuunfaadhaan itti gaafatamummaa hin qaban jechuu dha.<\/p>\n\n\n\n<p>Dhaabbatni dhuunfaa itti gaafatamummaan isaa murtaa\u2019e abbaan miseensa tokkoo garee 2ffaa kana jalatti kan ramadamuu dha.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"has-vivid-red-color has-text-color has-link-color wp-elements-ce13ed08ae77f16bdae5867ba9ed8f53\"><strong><mark style=\"background-color:rgba(0, 0, 0, 0);color:#01a2ff\" class=\"has-inline-color\">Maalummaa<\/mark><\/strong><\/p>\n\n\n\n<p>Dhaabbata daldaalaa ibsa dhuunfaa (unilateral declaration) nama tokkootiin hundaa\u2019u akka ta\u2019e seericha keewwata 534 jalatti ibsameera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"has-vivid-red-color has-text-color has-link-color wp-elements-12743c885b5b8e569ad61bfefc8cbd1c\"><strong><mark style=\"background-color:rgba(0, 0, 0, 0)\" class=\"has-inline-color has-black-color\">Dhaabbaticha Hundeessuuf<\/mark><\/strong>: <\/p>\n\n\n\n<ul class=\"wp-block-list\">\n<li>Miseensa tokko qofatu barbaachisa;<\/li>\n\n\n\n<li>Kaappitalaa ka\u2019uumsaa qarshii 15,000 fi isaa oltu barbaachisa.<\/li>\n\n\n\n<li>Barreeffama hundeeffamaa osoo hin taane ibsa (declaration) nama hundeessuu kan barreeffaman kennamu; fi kkf<br>Ibsa (declaration) nama hundeessuu keessatti waantotni hammatamuu qabanis seeraan taa\u2019anii jiru. Isaanis:<\/li>\n\n\n\n<li>Dhaabbatichi miseensa tokko qofa kan qabu ta\u2019uu;<\/li>\n\n\n\n<li>Maqaa, lammummaa fi teessoo miseensichaa;<\/li>\n\n\n\n<li>Miseensichi yoo du\u2019e, ykn bade ykn Mana Murtiitiin mirgi isaa kan irraa mulqame yoo ta\u2019e, maqaa nama isa ykn dhaaltota isaa bakka bu\u2019uun dhaabbaticha bulchu;<\/li>\n\n\n\n<li>Namni akkaataa kanaan kaadhimame dirqamicha fudhachuuf fedhii qabaachuu isaa waan agarsiisu,<\/li>\n\n\n\n<li>Maqaa dhabbatichaa, teessoo muummichaa fi dameewwan isaa (yoo jiraatan),<\/li>\n\n\n\n<li>Kaayyoo daldaalaa dhaabbatichaa<\/li>\n\n\n\n<li>Hanga kaappitala isaa fi ibsa kaappitaalichi guutummaatti kanfalamuu agarsiisu;<\/li>\n\n\n\n<li>Maqaa fi aangoo hoji gaggeessaa,<\/li>\n\n\n\n<li>Maqaa odiitaraa (yoo jiraate).<\/li>\n\n\n\n<li>Daangaa yeroo dhaabbatichi turu,<\/li>\n\n\n\n<li>Haala fi yeroo gabaasni raawwii hojii itti ifoomu\u2026<\/li>\n\n\n\n<li>Fi ibsama biroo seeraan ykn miseensichaan itti guutamu\u2026<\/li>\n<\/ul>\n\n\n\n<p class=\"has-vivid-red-color has-text-color has-link-color wp-elements-acbcbd4e43e3d63bccef1e74f863e558\"><strong><mark style=\"background-color:rgba(0, 0, 0, 0);color:#01a2ff\" class=\"has-inline-color\">Faayidaalee fi Miidhaa Isaa<\/mark><\/strong><\/p>\n\n\n\n<p><strong><em>Faayidaa<\/em><\/strong>: Eenyummaa mataa isaa miseensicharraa adda bahe (separate legal personality) qabaachuu irraa faayidaaleen maddaan heddu kan jiran ta\u2019us inni guddaan dirqamni miseensaa murtaa\u2019aa ta\u2019uudha. Kana jechuun yoo badii qabaate irraan kan hafe, idaa dhaabbatichaaf itti gaafatamummaan miseensichi qabu hanga buusii dhaabbatichaa irraa eegamu qofatti ta\u2019a. Gama biraatiin miseensichi yoo du\u2019e dhaabbatichi kan itti fufu waan ta\u2019eef kunis faayidaa birooti.<\/p>\n\n\n\n<p><strong><em>Miidhaa<\/em><\/strong>: Kanfaltii gibiraan wal qabatee dhaabbatichis miseensis gibara gosa adda addaa akka kanfalan waan dirqisuuf double taxation\u2019f karaa bana. Biyootni tokko tokko seera taaksii keessatti double taxation hambisanii miseensichi qofti akka kanfalu taasisu. Seerri taaksii biyya keenyaa hojiirra jiru kanaaf iddoo waan hin qabneef, gama biraatiin dhaabbatni kun biyyattiif haaraa ta\u2019uu irraan kan ka\u2019e dhimmootni kun akka wal simatan gochuuf yeroo fudhachuu hin oolu.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"blockart-image blockart-image-ac7425aa\"><img class=\"hover-effect-static filter-none mask mask-none\" alt=\"\"\/><\/figure>\n\n\n\n<figure class=\"blockart-image blockart-image-a9b4a3ed\"><img class=\"hover-effect-static filter-none mask mask-none\" alt=\"\"\/><\/figure>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>Jijjiiramoota Seerri Daldaalaa haaraan biyyattii (labsii lakk. 1243\/2013) qabatee dhufe keessaa tokko dhaabbata dhuunfaa itti gaafatamummaan isaa murtaa\u2019e abbaa miseensa tokkoo (one person company) jedhamuuf beekamtii kennuudha.<\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":1307,"comment_status":"open","ping_status":"closed","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"footnotes":""},"categories":[32],"tags":[],"class_list":["post-825","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-gonfaa-atoomaatiin"],"aioseo_notices":[],"magazineBlocksPostFeaturedMedia":{"thumbnail":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/wp-content\/uploads\/2023\/12\/asd-150x150.jpg","medium":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/wp-content\/uploads\/2023\/12\/asd-300x300.jpg","medium_large":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/wp-content\/uploads\/2023\/12\/asd-768x768.jpg","large":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/wp-content\/uploads\/2023\/12\/asd-1024x1024.jpg","post-slider-thumb-size":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/wp-content\/uploads\/2023\/12\/asd-330x190.jpg","post-category-slider-size":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/wp-content\/uploads\/2023\/12\/asd-330x350.jpg","1536x1536":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/wp-content\/uploads\/2023\/12\/asd.jpg","2048x2048":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/wp-content\/uploads\/2023\/12\/asd.jpg","blossom-coach-slider":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/wp-content\/uploads\/2023\/12\/asd-1080x700.jpg","blossom-coach-fullwidth":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/wp-content\/uploads\/2023\/12\/asd-1080x578.jpg","blossom-coach-with-sidebar":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/wp-content\/uploads\/2023\/12\/asd-810x500.jpg","blossom-coach-latest":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/wp-content\/uploads\/2023\/12\/asd-540x400.jpg"},"magazineBlocksPostAuthor":{"name":"admin","avatar":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/ecb5481e10cca9a7669c7ce29e372e90336cc49c5e85b5d55d62330169d65afe?s=96&d=mm&r=g"},"magazineBlocksPostCommentsNumber":"5","magazineBlocksPostExcerpt":"Jijjiiramoota Seerri Daldaalaa haaraan biyyattii (labsii lakk. 1243\/2013) qabatee dhufe keessaa tokko dhaabbata dhuunfaa itti gaafatamummaan isaa murtaa\u2019e abbaa miseensa tokkoo (one person company) jedhamuuf beekamtii kennuudha.","magazineBlocksPostCategories":["Gonfaa Atoomaatiin"],"magazineBlocksPostViewCount":2804,"magazineBlocksPostReadTime":3,"magazine_blocks_featured_image_url":{"full":["https:\/\/www.gonfaatoma.com\/wp-content\/uploads\/2023\/12\/asd.jpg",1080,1080,false],"medium":["https:\/\/www.gonfaatoma.com\/wp-content\/uploads\/2023\/12\/asd-300x300.jpg",300,300,true],"thumbnail":["https:\/\/www.gonfaatoma.com\/wp-content\/uploads\/2023\/12\/asd-150x150.jpg",150,150,true]},"magazine_blocks_author":{"display_name":"admin","author_link":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/index.php\/author\/admin\/"},"magazine_blocks_comment":9,"magazine_blocks_author_image":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/ecb5481e10cca9a7669c7ce29e372e90336cc49c5e85b5d55d62330169d65afe?s=96&d=mm&r=g","magazine_blocks_category":"<a href=\"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/index.php\/category\/gonfaa-atoomaatiin\/\" rel=\"category tag\">Gonfaa Atoomaatiin<\/a>","_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/825","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=825"}],"version-history":[{"count":8,"href":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/825\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":1897,"href":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/825\/revisions\/1897"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/media\/1307"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=825"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=825"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=825"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}