{"id":1776,"date":"2024-02-02T12:57:14","date_gmt":"2024-02-02T12:57:14","guid":{"rendered":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/?p=1776"},"modified":"2024-04-11T11:25:31","modified_gmt":"2024-04-11T11:25:31","slug":"yaad-rimee-gumaa-fi-waaee-dhaabbata-abukaatummaa-gumaa","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/index.php\/2024\/02\/02\/yaad-rimee-gumaa-fi-waaee-dhaabbata-abukaatummaa-gumaa\/","title":{"rendered":"Yaad-rimee Gumaa fi Waa&#8217;ee Dhaabbata Abukaatummaa Gumaa"},"content":{"rendered":"\n<h2 class=\"blockart-heading blockart-heading-99ec2a94\"><\/h2>\n\n\n\n<p><strong><mark style=\"background-color:rgba(0, 0, 0, 0)\" class=\"has-inline-color has-vivid-cyan-blue-color\">\ud835\udde4\ud835\uddee\ud835\uddef\ud835\ude05\ud835\uddf6\ud835\uddf6\ud835\uddf9\ud835\uddf2\ud835\uddf2 \ud835\udde0\ud835\ude02\ud835\uddff\ud835\uddee\ud835\uddee\ud835\ude00\ud835\uddee \ud835\udddb\ud835\ude02\ud835\uddef\ud835\uddee\ud835\uddfb\ud835\uddfb\ud835\uddfc\ud835\uddfc\ud835\uddf3<\/mark><\/strong><\/p>\n\n\n\n<p>Aadaa fi duudhaa uummata biyya keenyaa, keesumattuu kan uummata Oromoo keessatti, Gumaan yaada rimee dhugaa, haqaa fi nagaa bakka bu\u2019uudha. Mala wal dhabdeen cimaa ta\u2019e karaa nagaatiin ittiin hiikamuu fi wal dhabdootaa fi hawaasa keessatti nageenyi ittiin buufamuudha. Adeemsa wal dhabdeen karaa seeraan fudhatama qabuu fi nagaa ta\u2019een haqaa fi dhugaa irratti hundaa\u2019ee itti hiikamu kan bakka bu\u2019uudha.<\/p>\n\n\n\n<p>Dhaabbanni Abukaatummaa Gumaas yaadama bu\u2019uuraa kana irratti hundaa\u2019uun ogeessota seeraa ciccimoo muuxannoo hojii abbaa seerummaa fi kan gaggeessummaa gabbate qabaniin kan hundaa\u2019eedha. Rakkoo fi gaaffii seeraa maamiltootni isaa qaban hundaaf fala kalaqaan deeggarame gahuumsaan kennuuf kan bu\u2019uureffameedha. Gareen abukaatoota dhaabbatichaa haqaa fi ol\u2019aantummaa seeraa mirkaneessuuf of kennanii hojjachaa kan turan ta\u2019uurra darbee damee seerotaa adda addaa irratti beekumsa garagaraa (diversified expertise) kan qaban fi qooqa adda addaatiin hojjachuu kan danda\u2019anii (multi lingual) dha. Kun immoo hubannoo gadi fagoo sirna haqaa\/seeraa biyyattii irratti qabnuun dabaalamee maamiltootaaf (namoota dhuunfaa fi dhaabbilee adda addaa) tajaajila seeraa gahuumsa qabu kennuuf nu dandeessisa.<\/p>\n\n\n\n<p>Dameewwan seeraa gurguddoon irratti hojjannus falmii yakkaa fi hariiroo hawaasaa akka waliigalaatti, seera daldaalaa, seera investimentii fi bulchiinsa lafaa, seera taaksii fi gibiraa, seera ijaarsaa, seera maatii, seera dhaalaa, seera mirgoota qabeenyaa fi kkf dha.<\/p>\n\n\n\n<p><mark style=\"background-color:rgba(0, 0, 0, 0)\" class=\"has-inline-color has-vivid-purple-color\">\ud835\uddda\ud835\ude02\ud835\uddfa\ud835\uddee\ud835\uddee! \ud835\uddda\ud835\uddee\ud835\uddee\ud835\uddf3\ud835\uddf3\ud835\uddf6\ud835\uddf9\ud835\uddf2\ud835\uddf2 \ud835\uddf3\ud835\uddf6 \ud835\uddff\ud835\uddee\ud835\uddf8\ud835\uddf8\ud835\uddfc\ud835\uddfc\ud835\ude04\ud835\ude04\ud835\uddee\ud835\uddfb \ud835\ude00\ud835\uddf2\ud835\uddf2\ud835\uddff\ud835\uddee\ud835\uddee \ud835\uddfe\ud835\uddee\ud835\uddef\ud835\uddf1\ud835\uddee\ud835\uddfb \ud835\uddf5\ud835\ude02\ud835\uddef\ud835\uddf1\ud835\uddee\ud835\uddee\ud835\uddf3 \ud835\uddf3\ud835\uddee\ud835\uddf9\ud835\uddee!<\/mark><\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>Aadaa fi duudhaa Uummata Oromoo biratti maalummaa Gumaa fi yaada bu&#8217;uuraa kana kaayyeffachuun kan hundaa&#8217;e, waa&#8217;ee Dhaabbata Abukaatummaa Gumaa irratti barreeffama gabaabaan qopheesse kana dubbisaa.<\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":1777,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"footnotes":""},"categories":[32],"tags":[],"class_list":["post-1776","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-gonfaa-atoomaatiin"],"aioseo_notices":[],"magazineBlocksPostFeaturedMedia":{"thumbnail":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/wp-content\/uploads\/2024\/02\/2024-02-02-15.53.28-150x150.jpg","medium":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/wp-content\/uploads\/2024\/02\/2024-02-02-15.53.28-210x300.jpg","medium_large":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/wp-content\/uploads\/2024\/02\/2024-02-02-15.53.28-768x1098.jpg","large":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/wp-content\/uploads\/2024\/02\/2024-02-02-15.53.28-716x1024.jpg","post-slider-thumb-size":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/wp-content\/uploads\/2024\/02\/2024-02-02-15.53.28-330x190.jpg","post-category-slider-size":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/wp-content\/uploads\/2024\/02\/2024-02-02-15.53.28-330x350.jpg","1536x1536":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/wp-content\/uploads\/2024\/02\/2024-02-02-15.53.28.jpg","2048x2048":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/wp-content\/uploads\/2024\/02\/2024-02-02-15.53.28.jpg","blossom-coach-slider":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/wp-content\/uploads\/2024\/02\/2024-02-02-15.53.28-895x700.jpg","blossom-coach-fullwidth":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/wp-content\/uploads\/2024\/02\/2024-02-02-15.53.28-895x578.jpg","blossom-coach-with-sidebar":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/wp-content\/uploads\/2024\/02\/2024-02-02-15.53.28-810x500.jpg","blossom-coach-latest":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/wp-content\/uploads\/2024\/02\/2024-02-02-15.53.28-540x400.jpg"},"magazineBlocksPostAuthor":{"name":"admin","avatar":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/ecb5481e10cca9a7669c7ce29e372e90336cc49c5e85b5d55d62330169d65afe?s=96&d=mm&r=g"},"magazineBlocksPostCommentsNumber":"1","magazineBlocksPostExcerpt":"Aadaa fi duudhaa Uummata Oromoo biratti maalummaa Gumaa fi yaada bu'uuraa kana kaayyeffachuun kan hundaa'e, waa'ee Dhaabbata Abukaatummaa Gumaa irratti barreeffama gabaabaan qopheesse kana dubbisaa.","magazineBlocksPostCategories":["Gonfaa Atoomaatiin"],"magazineBlocksPostViewCount":2325,"magazineBlocksPostReadTime":2,"magazine_blocks_featured_image_url":{"full":["https:\/\/www.gonfaatoma.com\/wp-content\/uploads\/2024\/02\/2024-02-02-15.53.28.jpg",895,1280,false],"medium":["https:\/\/www.gonfaatoma.com\/wp-content\/uploads\/2024\/02\/2024-02-02-15.53.28-210x300.jpg",210,300,true],"thumbnail":["https:\/\/www.gonfaatoma.com\/wp-content\/uploads\/2024\/02\/2024-02-02-15.53.28-150x150.jpg",150,150,true]},"magazine_blocks_author":{"display_name":"admin","author_link":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/index.php\/author\/admin\/"},"magazine_blocks_comment":2,"magazine_blocks_author_image":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/ecb5481e10cca9a7669c7ce29e372e90336cc49c5e85b5d55d62330169d65afe?s=96&d=mm&r=g","magazine_blocks_category":"<a href=\"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/index.php\/category\/gonfaa-atoomaatiin\/\" rel=\"category tag\">Gonfaa Atoomaatiin<\/a>","_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/1776","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=1776"}],"version-history":[{"count":3,"href":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/1776\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":1803,"href":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/1776\/revisions\/1803"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/media\/1777"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=1776"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=1776"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=1776"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}