{"id":1695,"date":"2023-12-27T18:54:45","date_gmt":"2023-12-27T18:54:45","guid":{"rendered":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/?p=1695"},"modified":"2024-01-06T20:59:41","modified_gmt":"2024-01-06T20:59:41","slug":"murtii-haarawaa-mmwo","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/index.php\/2023\/12\/27\/murtii-haarawaa-mmwo\/","title":{"rendered":"Murtii Haarawaa MMWO"},"content":{"rendered":"\n<p>Dhaddachi Ijibbaataa Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa galmee lakk. 437085 ta\u2019e irratti dhaddacha gaafa 02\/04\/2016 ooleen sirna gaaffiin mirga wabii yakka shororkeessummaa itti keessummaa\u2019uu qabu ilaalchisee murtii tokko kenneera.<\/p>\n\n\n\n<p>Haaluma kanaan namni yakka shorkeessummaan shakkamuun to\u2019atame gaaffii mirga wabii mana murtii sadarkaa kamittuu dhiyeeffachuu kan danda\u2019u ta\u2019uu akkasumas Manneen Murtii Aanaa fi Manneen Murtii Ol\u2019aanaa dhimma akkasii ofitti fuunee hin keessummeessinu kan jedhan bu\u2019uura seeraa hin qabu xinxaala jedhu kenneera.<\/p>\n\n\n\n<p>Dhaddachachi murtichaaf ka\u2019uumsa kan godhate Seerri Deemsa Falmii Yakkaa keewwati 64 (3) gaaffiin mirga wabii Mana Murtii kamittuu dhiyaachuu kan danda\u2019u ta\u2019uu fi labsiin yakka shororkeessummaa ittisuuf bahe lakk. 1176\/2012 keewwata 39 jalatti aangoon Mana Murtii Ol\u2019aanaa Federaalaa fi Mana Murtii Waliigalaa Naannoof addatti kenname keessatti gaaffii mirga wabii dhiyaatu keessummeessuun kan hin hammatamne ta\u2019uun isaa aangoon dhimmicha keessummeessuu kan Mana Murtii sadarkaa kamiituu agarsiisa kan jedhuu dha. Dabalataanis qabiinsa nama yakka shororkeessummaan to\u2019atamee jiruu eegsisuu keessatti shoorri Manneen Murtii taphachuu qaban labsicha keewwata 39 (3) jalatti tumamuunis kanuma cimsa ejjannoo jedhu qabateera, dhaddachichi.<\/p>\n\n\n\n<p>\u2022\u2022\u2022<\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>Dhaddachi Ijibbaataa Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa galmee lakk. 437085 ta\u2019e irratti dhaddacha gaafa 02\/04\/2016 ooleen sirna gaaffiin mirga wabii yakka shororkeessummaa itti keessummaa\u2019uu qabu ilaalchisee murtii tokko kenneera. Haaluma kanaan namni yakka shorkeessummaan shakkamuun to\u2019atame gaaffii mirga wabii mana murtii sadarkaa kamittuu dhiyeeffachuu kan danda\u2019u ta\u2019uu akkasumas Manneen Murtii Aanaa fi Manneen Murtii Ol\u2019aanaa dhimma &hellip; <\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":1318,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"footnotes":""},"categories":[32],"tags":[],"class_list":["post-1695","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-gonfaa-atoomaatiin"],"aioseo_notices":[],"magazineBlocksPostFeaturedMedia":{"thumbnail":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/wp-content\/uploads\/2023\/12\/imaaaaaaaa-150x150.jpg","medium":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/wp-content\/uploads\/2023\/12\/imaaaaaaaa-300x200.jpg","medium_large":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/wp-content\/uploads\/2023\/12\/imaaaaaaaa.jpg","large":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/wp-content\/uploads\/2023\/12\/imaaaaaaaa.jpg","post-slider-thumb-size":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/wp-content\/uploads\/2023\/12\/imaaaaaaaa-330x190.jpg","post-category-slider-size":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/wp-content\/uploads\/2023\/12\/imaaaaaaaa-330x350.jpg","1536x1536":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/wp-content\/uploads\/2023\/12\/imaaaaaaaa.jpg","2048x2048":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/wp-content\/uploads\/2023\/12\/imaaaaaaaa.jpg","blossom-coach-slider":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/wp-content\/uploads\/2023\/12\/imaaaaaaaa.jpg","blossom-coach-fullwidth":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/wp-content\/uploads\/2023\/12\/imaaaaaaaa.jpg","blossom-coach-with-sidebar":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/wp-content\/uploads\/2023\/12\/imaaaaaaaa.jpg","blossom-coach-latest":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/wp-content\/uploads\/2023\/12\/imaaaaaaaa-540x400.jpg"},"magazineBlocksPostAuthor":{"name":"admin","avatar":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/ecb5481e10cca9a7669c7ce29e372e90336cc49c5e85b5d55d62330169d65afe?s=96&d=mm&r=g"},"magazineBlocksPostCommentsNumber":"1","magazineBlocksPostExcerpt":"Dhaddachi Ijibbaataa Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa galmee lakk. 437085 ta\u2019e irratti dhaddacha gaafa 02\/04\/2016 ooleen sirna gaaffiin mirga wabii yakka shororkeessummaa itti keessummaa\u2019uu qabu ilaalchisee murtii tokko kenneera. Haaluma kanaan namni yakka shorkeessummaan shakkamuun to\u2019atame gaaffii mirga wabii mana murtii sadarkaa kamittuu dhiyeeffachuu kan danda\u2019u ta\u2019uu akkasumas Manneen Murtii Aanaa fi Manneen Murtii Ol\u2019aanaa dhimma &hellip; ","magazineBlocksPostCategories":["Gonfaa Atoomaatiin"],"magazineBlocksPostViewCount":2064,"magazineBlocksPostReadTime":1,"magazine_blocks_featured_image_url":{"full":["https:\/\/www.gonfaatoma.com\/wp-content\/uploads\/2023\/12\/imaaaaaaaa.jpg",612,408,false],"medium":["https:\/\/www.gonfaatoma.com\/wp-content\/uploads\/2023\/12\/imaaaaaaaa-300x200.jpg",300,200,true],"thumbnail":["https:\/\/www.gonfaatoma.com\/wp-content\/uploads\/2023\/12\/imaaaaaaaa-150x150.jpg",150,150,true]},"magazine_blocks_author":{"display_name":"admin","author_link":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/index.php\/author\/admin\/"},"magazine_blocks_comment":1,"magazine_blocks_author_image":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/ecb5481e10cca9a7669c7ce29e372e90336cc49c5e85b5d55d62330169d65afe?s=96&d=mm&r=g","magazine_blocks_category":"<a href=\"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/index.php\/category\/gonfaa-atoomaatiin\/\" rel=\"category tag\">Gonfaa Atoomaatiin<\/a>","_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/1695","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=1695"}],"version-history":[{"count":3,"href":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/1695\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":1706,"href":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/1695\/revisions\/1706"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/media\/1318"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=1695"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=1695"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.gonfaatoma.com\/index.php\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=1695"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}